Bulchiinsi magaalichaa raawwii hojii baatiwwan 9 gamaaggamuu eegale On Apr 27, 2024 62 Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiwwan 9 gamaaggamuu eegaleera. Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonni bulchiinsa magaalichaa bakka argamanitti raawwiin hojii kurmaana 3ffaa gamaaggamaa jira. Oromia #Ethiopia 62 Share FacebookTwitterTelegramWhatsAppEmailViberPrint