Mootummaan Ityoophiyaa Hindiitti riqiichi jiguun lubbuu namootaa darbeef gaddi tti dhagahamuu ibse Read more
Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu, Warshaalee Magaalaa Galan keessatti argaman daawwachaa jira Read more
Afrikaan kuufama qabeebya ishee misoomsuu fi fayyadamuuf beekkumsii fi murannoon dargaggoota ardichaa murteessadha jedhame Read more