Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu aanaa Lumeetti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti hojiilee misooma qonnaa…
Onkololeessi 24 guyyaa haleellaan Ajaja Kaabaa irratti raawwatameen yaadatamee oola-TKM
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC)- Onkolooleessi 24, guyyaa haleellaan ajaja Kaabaa irratti raawwatame yaadatamee akka oolu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Ibse.
Guyyicha…
Jilli Dooktar Yiliqaal Kaffaalaan durfamu Shawaa Kaabaatti misooma Qamadii daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaan durfamu Shawaa Kaabaa aanaa Mooratii fi Jirruutti Qamadii Kilaasteraan misoome…
Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu, Warshaalee Magaalaa Galan keessatti argaman daawwachaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu warshaalee Magaalaa Galan keessatti argaman daawwachaa jira.…
Sagantaan cufiinsa Baatii Nageenya Saayibarii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Sagantaan Cufiinsa sosochii ummataa Baatii Nageenya Saayibarii gaggeeffamaa jira.
‘Nageenya Saayibarii qindoomina qabu Birmadummaa biyyaaf’ mata…
Afrikaan kuufama qabeebya ishee misoomsuu fi fayyadamuuf beekkumsii fi murannoon dargaggoota…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Hirmaattoonni Yaa'ii Dargaggoota Afrikaa hojiilee Ministeera Albuudaa daawwataniiru.
Afrikaan kuufama qabeebya ishee misoomsuu fi fayyadamuuf…
Mootummaan Ityoophiyaa haleellaa Moqaadishootti raawwatameen miidhaa qaqqabeef gaddi itti…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa haleellaa Somaaliyaa magaalaa Moqaadishootti raawwatameen miidhaa qaqqabeef gaddi itti dhaga'amuu ibse.
Maatii fi…
Daandiin Qilleensaa Ityoopgphiyaa Zimbaabuwee magaalaa Bulaawwaayyootti balallii eegale
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoopgphiyaa magaalaa guddittii 2ffaa Zimbaabuwee kan taate Bulaawwaayyootti balallii eegaluu beeksiise.
Daandiin…
Ummanni Olola abdii kutannaa Garee ABUT irraa of qusachuu akka qabu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Ummanni Olola abdii kutannaa Garee ABUT irraa of qusachuun Raayyaa Ittisaa cinaa akka dhaabbatu waamichi dhiyaateera.
Gareen Shororkeessaa ABUT…
Raayyaan Ittisaa Ummata Tigraay waanjoo garbummaa ABUT jalaa bilisa baasuuf wareegama kaffalaa jira…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Ummata Tigraay waanjoo garbummaa garee Shororkeessaa ABUT jalaa bilisa baasuuf wareegama kaffalaa jiraachuu Tajajilli…