Jilli Waajjira Paartii Badhaadhinaa Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu sosochii invastimantii naannichaa daawwate Read more
Sagantaan jalqabsiisa sosochii Buusaa Gonofaa magaalaa Finfinnee Hoteela Ilillitti gaggeefamaa jira Read more
Nageenya magaalaa Dassee fi naannawaa ishee tiksuuf hawaasni sochii lootee seentotaa si’oominaan hordofuu akka qaban ibsame Read more
Guyyaa Afrikaa bara kanaa wayita kabajnu mul’ata tokkummaa ardichaa milkeessuuf murannoo keenya ni mirkaneessina- MM Abiy Ahimad Read more
Ityoophiyaanonni Faransaayii fi Xaaliyaanii jiraatan lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasisan Read more
Abbootiin qabeenyaa Hindii Ityoophiyaatti dameewwan garagaraarratti bobba’uuf fedhii qabaachuu himan Read more
Eeyyaamni Teeleekom Safaariikoom Ityoophiyaaf kenname ramaddii tajaajila ummataa filatamaan injifataa ta’e Read more
Barattoonni barana kutaa jiranitti barnoota isaanii irra deebi’u jechuun kan ololli adeemaa jiru soba -Biiroo Barnootaa Finfinnee Read more