Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanonni Faransaayii fi Xaaliyaanii jiraatan lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa Faransaayii fi Xaaliyaanii jiraatan lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasisaniiru.
Dargaggoonni Magaalaa…
Abbootiin qabeenyaa Hindii Ityoophiyaatti dameewwan garagaraarratti bobba’uuf fedhii qabaachuu himan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Hindii Ityoophiyaatti damee albuudaa, maanufaakchariingii, Agiroo proosesiingiin, teeknooloojii quunnamtii fi odeeffannoo, barnootaa…
Eeyyaamni Teeleekom Safaariikoom Ityoophiyaaf kenname ramaddii tajaajila ummataa filatamaan…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) –Adeemsi eeyyamaa Tajaajila Teelekominikeeshinii Safaariikoom Ityoophiyaa, Dhaabbataa Badhaasaa Ingiliziin injifataa bara 2022 ta’uun filatameera.…
Barattoonni barana kutaa jiranitti barnoota isaanii irra deebi’u jechuun kan ololli adeemaa jiru…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Baraana barattoonni daree jiranitti, barnoota isaanii irraa deebi’u jechuun odeeffannoo adeemaa jiru olola dhugaarraa fagaateta’uu Biiroon…
Aadde Yimanyuushi Mitikkuu dubartii Umrii Waggaa 47tti Yunvarsiitii Seente
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Aadde Yimanyuushi Mitikkuu dubartii umrii waggaa 47ffaa isheetti bara barnoota 2014 barnootaaf Yunvarsiitii Wallaggaa seenaniiru.
Jiraattuu…
Yuunvarsiitichi dubartoota diinagdeen ga’oomsuuf hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Yunvarsiitiin Madda Walaabuu qorannoowwan fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan gaggeessuun dubartoota diinagdeen of dandeessisuuf hojjechaa…
Godina Shawaa Lixaatti lafa hektaara kuma 600 kilaasteeran misoomsuuf facaasaan eegalame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaatti lafa hektaara kuma dhibba 6 qonna kilaasteeran misoomsuuf har’a facaasaan Boqqolloo Aanaa Noonnootti eegaleera.…
Yaa’iin dhaabbilee musliimota Ityoophiyaa 22ffaan baatii Waxabajjii gaggeeffamuufi
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) –Yaa’iin Dhaabbilee Musliimota Ityoophiyaa 22ffaan Waxabajjii 8-18, 2014 gaggeeffamuuf ta’uun ibsameera.
Yaa’ichi Ityoophiyaanota biyya…
Instiityuutiin Qorannoo fi Qo’annoo Oromoo kitaaboota 54 maxxansisuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Instiityuutiin Qorannoo fi Qo’annoo Oromoo Afaan Oromootiin kitaabilee gosoota 54 maxxansisuu isaa beeksise.
Daayrektarri Olaanaan…
Waliigaltee biyyaalessaa uumuuf barnoota Seenaa irratti fooyya’iinsi akka barbaachisu eerame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Waliigaltee biyyaalessaa uumuuf barnootaa Seenaa irratti fooyya’iinsi akka barbaachisu Hayyuun Seenaa Proofeesar Baahiruu Zawdee ibsan.…