Dhaabbileen garaagaraa oomishaa fi tajaajiloota teelekoomii dhiyeessuuf Ityoo-Telekoom waliin maliigaltee mallatteessan Read more
Gamtaan Dargaggoota Oromiyaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa sanyii filatamaa taasise Read more
Abbootiin qabeenyaa Carraa hojii uumuu fi damee misoomaa cimsuu keessatti qooda isaanii ba’uu qabu jedhame Read more
Ayyaana Shawaal- Iid ilaalchisee magaalaa Harar qulqulluu fi miidhagduu taasisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhame Read more
Baatii Caamsaa keessa kutaalee biyyattii garaagaraatti roobni salphaa hanga cimaan kan jiraatu ta’uu ibsame Read more
Oromiyaatti waggoota arfan darbanitti abbootiin qabeenyaa kumni 11 ol eeyyama invastimantii fudhachuun hojiitti bobba’an Read more
Dhaabbileen Qorannoo Dippiloomaasii Bishaaniirratti hojjechuun faayidaa Ityoophiyaa kabachiisuu qabu – Ministeera Bishaanii fi Inarjii Read more
Godina Majaangitti roobni cabbiin walmakatee roobe midhaan lafa heektaara kuma 3 fi 800 irratti miidhaa qaqqabsiise Read more
Jilli Aadde Sa’aadaa Abduramaan durfamu Magaalaa Baddeessaatti Jiddu Galaa Gabaa Jimaa hojjetamaa jiru daawwate Read more