Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatii Caamsaa keessa kutaalee biyyattii garaagaraatti roobni salphaa hanga cimaan kan jiraatu…
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Baatii Caamsaa keessa Ityoophiyaa kutaalee garaagaraatti roobni salphaa hanga cimaan kan jiraatu ta’uu Inistiitiyuutiin Raaga haala Qilleensaa…
Oromiyaatti waggoota arfan darbanitti abbootiin qabeenyaa kumni 11 ol eeyyama invastimantii…
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti waggoota arfan darbanitti abbootiin qabeenyaa kumni 11 ol eeyyama invastimantii fudhachuun gara hojiitti bobba’uu Biiroon Invastimantii…
Dhaabbileen Qorannoo Dippiloomaasii Bishaaniirratti hojjechuun faayidaa Ityoophiyaa kabachiisuu qabu…
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Qorannoo Dippiloomaasii Bishaaniirratti xiyyeeffannoon hojjechuun faayidaa Ityoophiyaa kabachiisuuf ga’ee isaanii ba’uu akka qaban…
Godina Majaangitti roobni cabbiin walmakatee roobe midhaan lafa heektaara kuma 3 fi 800 irratti…
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellaa godina Majaang aanaa Darreetti roobni cabbiin walmakatee roobe midhaan lafa heektaara kuma 3 fi dhibba 8 olirratti miidhaa qaqqabsiisuu…
Ijaarsi haaromsa Jibuutiitti Imbaasii Ityoophiyaa duraanii xumuramuun eebbifame
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Ijaarsi haaromsa Jibuutiitti Imbaasii Ityoophiyaa duraanii xumuramuun eebbifameera.
Sirni eebba imbaasicha bakka Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo…
Jilli Aadde Sa’aadaa Abduramaan durfamu Magaalaa Baddeessaatti Jiddu Galaa Gabaa Jimaa…
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Jilli Af-Yaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abduramaan durfamu Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaatti Jiddu Galaa Gabaa Jimaa…
Namoonni karaa seeraan alaa daa’imman daddabarsaa turan to’ataman
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) –Namoonni Walaayittaa Sooddoo ka'uun karaa seeraan alaa daa'imman 19 gara Finfinneetti daddabarsaa turan 6 to'atamuu Qajeelchi Poolisii Godina Silxee…
Keeniyaan hariiroo diinagdee Ityoophiyaa waliin qabdu cimee akka itti fufuuf ni hojjetti- Preezdaant…
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Keeniyaan hariiroo diinagdee Ityoophiyaa waliin qabdu cimee akka itti fufuuf kan hojjettu ta’uu Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan ibsan.…
Ityoophiyaan sanada waliigaltee humna elektirikaa Sudaan Kibbaaf dhiyeessuu ishee dandeessisu…
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan sanada waliigaltee humna elektirikaa Sudaan Kibbaaf dhiyeessuu ishee dandeessisu mallatteessuu ibsame.
Waliigalticha Ministirri Ministeera…
Lammiilee Dubaayii fi Ajmaanitti wal’aansarra turan gara biyyaa deebisuuf ni hojjetama- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Lammiilee Dubaayii fi Ajmaanitti yeroo dheeraaf wal’aansarra turan gara biyyaa deebisuuf kan hojjetamu ta’uu Ambaasaaddar Akiliiluu Kabbadaa ibsan.…