Magaalaa Loos Aanjelesitti lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif Doollaari kuma dhibba 6 ol walitti qabame Read more
Magaalaa Sabbataatti rasaasni Bireenii kuma 2 ol karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture to’atame Read more
Jiraattoonni Godina Qellem Wallaggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31tti tilmaamamu taasisan Read more
Farreen nageenyaa naannoo daangaa Sudaaniirraan lo’anii seenuuf yaalii taasisaan fashala’uu ibsame Read more
Magaalaa Finfinneetti barattootaa fi barsiisota kuma 30 oomisha duultota waraanaa walitti qabaniif gaggeessaan taasifame Read more
Jiraattonni Godina Iluu Abbaaboor ummata Booranaa Hongeen miidhamaniif midhaan nyaata, Raayyaa Ittisaaf ammoo Sangoota gumaachan Read more
Godinaalee Oromiyaa 21 keessatti lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 50 olirratti qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jira jedhame Read more