Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Farreen nageenyaa naannoo daangaa Sudaaniirraan lo’anii seenuuf yaalii taasisaan fashala’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)- Farreen nageenyaa naannoo daangaa Sudaaniirra lo’anii seenuuf yaalii taasisaan fashala’uu poolisiin naannoo Beenishaangul Gumuuz beeksiseera.…
Magaalaa Finfinneetti barattootaa fi barsiisota kuma 30 oomisha duultota waraanaa walitti qabaniif…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti barattootaa fi barsiisota kuma 30 oomisha maatii duultota waraanaa walitti qabaniif gaggeessaan taasifameera.
Ministeerri…
Finfinneen jaalalaa fi gammachuun isin eegdi – Aadde Adaanach
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) -Ilmaan Ityoophiyaa fi michuuwwan ishee guutuu addunyaarra jiraatan Ayyaana bara haaraa Ityoophiyaatti akka kabajaniif waamichi taasiifameef hundaaf…
Hawaasni Ispoortii Naannoo Oromiyaa duula ” Ni ga’a/ #NoMore ” jedhutti makaman
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Hawaasni Ispoorti Naannoo Oromiyaa duula '' Ni gaha/ #NoMore '' jedhutti makamuun dhiibbaa fi gidduu seentummaa biyyoota lixaa balaleeffatan.
Sagantaan…
Jiraattonni Godina Iluu Abbaaboor ummata Booranaa Hongeen miidhamaniif midhaan nyaata, Raayyaa…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Jiraattonni Godina Iluu Abbaaboor Godina Booranaatti ummata sababii hongeef rakkoof saaxilamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala 1000 gumaachaniiru.…
Godinaalee Oromiyaa 21 keessatti lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 50 olirratti qamadii jallisiin…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Godinaalee Oromiyaa 21 keessatti lafa hektaara kuma dhibba 3 fi kuma 50 olirratti qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa…
Hojjettoonni mootummaa Aanaa Doobbaa duula ‘Ni Ga’aatti’ makamuun sagalee isaanii…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti Hojjattoonni mootummaa aanichaa duula "No More" gaggeessuun Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 5…
Barattoonni baadiyyaa oomisha ga’e walitti qabuun, kan magaalaa maatii milishaa adda waraanaa…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Barattoonni baadiyyaa oomisha ga'e walitti qabuun, kan magaalaatti maatii milishaa adda waraanaa jiran tumsuuf of qopheessuu akka qaban Biiroon Barnootaa…
Dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 28 olii taasiisaniiru.
Jiraattoonni kutaa magaalaa Kolfee Qaraniyoo Birrii…
Duula giddu seentummaa Ityoophiyaarratti baname lammiileen keeniyaa balaaleffachuu akka qaban…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Duula giddu seentummaa Ityoophiyaarratti gaggeeffamaa jiru lammiileen Keeniyaa balaaleffachuu akka qaban, Keeniyaatti Amaasaaddarri Ityoophiyaa…