Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabileetti Mishingaa Kilaastaraan faca’e daawwate Read more
Sadarkaa Manneen Barnootaa irra jiran fooyyessuuf Xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame Read more
Gareen shororkeessaa ABUT lammiilee nagaa jumlaan ajjeesuun yakka idil addunyaa raawwateera-Dooktar Biqilaa Hurrisaa Read more
Gareen Shororkeessaa ABUT oomisha Gabaan Oomisha Ityoophiyaa Kuusaa keessatti Mankuusee saamuu ibsame Read more
Ministirri Raayyaa Ittisa biyyaa sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuuf mallattoosaanii kaa’an Read more
Miseensota Raayyaa Ittisaa leenjii xumuruun adda waraanaatti makamaniif simannaan taasiifame Read more
Gareen shororkeessaa ABUT iddoowwan weerareetti lammiilee miiliyoona 4 rakkoo haammataaf saaxileera Read more
Hoggantoonni Ministeera Barnoota sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuuf mallattoosaanii kaa’an Read more