Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Raayyaa Ittisa biyyaa sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuuf…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Qana’aa Yaadataa Raayyaa Ittisa biyyaa sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuuf…
Miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii olaanaa galmeessaniif guddinni sadarkaa laatame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) – Qajeelcha Olaanaa Mahaandisii Raayyaa Ittisaatti Miseensota raawwii bu’aa qabeessa galmeessaniif guddinni sadarkaa laatameera.…
Miseensota Raayyaa Ittisaa leenjii xumuruun adda waraanaatti makamaniif simannaan taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) – Miseensota Raayyaa Ittisaa leenjii xumuruun adda waraanaa Matakkalitti makamaniif simannaan taasiifameera.
Qindeessan olaanaan Koree Komaandi…
Gareen shororkeessaa ABUT iddoowwan weerareetti lammiilee miiliyoona 4 rakkoo haammataaf saaxileera
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT iddoowwan weerareetti lammiilee miiliyoona 4 rakkoo hamaaf saaxileera.
Lammiileen miidhaan irra gaheef deeggarsa namoomaa…
Naannoo Harariitti duulli ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’ jedhu eegalame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti sagantaan duula ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’ jedhu har’a ifatti eegalameera.
Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Oordiin…
Hoggantoonni Ministeera Barnoota sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuuf…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC)- Hoggantoonni Ministeera Barnoota sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuuf mallattoosaanii kaa’aniiru.
Ministirri Miniseera Barnoota Dooktar…
Diinagdee cimaa fi fayya qabeessa ijaaruun xiyyeeffannoo jalqabaa mootummaa hundaa’uu ta’uu qaba…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti diinagdee cimaa fi fayya qabeessa ijaaruun xiyyeeffannoo jalqabaa mootummaa haaraa hundaa’uu ta’uu akka qabu Itti aanaan Komishinii…
Hoggantoonni mootummaa fi miidiyaalee adda waraanaa Maayixaabirii galan
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) - Hoggantoonni mootummaa fi miidiyaalee lammiilee miidhaman gargaaruuf adda waraanaa Maayixaabirii galaniiru.
Hoggantoonni kunneen maatii…
Yuunvarsiitiin Mattuu barattoota kuma 2 fi 262 boruu ni eebbisiisa
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Mattuu barattoota kuma 2 fi 262 muummee garagaraatin barsiisaa ture boruu ni eebbisiisaa.
Yuunvarsiitichi barattoota kuma 2 fi 262…
Magaalichatti beekkamtiin manneen barnoota 11 sadarkaa gadi jedhamaan haqame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti beekkamtiin manneen barnoota 11 sadarkaa gadi jedhamaan haqameera.
Abbaan Taayitaa Qulqullinaa fi Mirkaneessa Madaalli Barnoota…