Naannoo Oromiyaatti Projektoonni 3,981 Birrii biiliyoona 4.8 oliin hojjatamaa ture xumuramuun sadarkaa eebbaaf gahee jira Read more
Biyyoonni Miseensa Gamtaa Awurooppaa Ityoophiyaaf hanga ammaatti deeggarsa Birrii biiliyoona 19 taasisuu ibsame Read more
Meejer Jeneraal Kafyaalaw Amdee Tasammaa Sudaan Abiyyeetti hogganaa humna waraana nagaa kabachiisaa Dhaabbata mootummoota Gamtoomanii ta’uun muudaman Read more
Miidiyaa fi ogeeyyiin aartii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ga’ee olaanaa ba’acha jiraachuu obbo Nigusuu Xilahuun ibsan Read more
Waliigalteen Ityoophiyaa, Sudaan, fi Gibts gidduutti hidha ijaarsarratti gaggeeffamu kaleessarraa itti fufee jira Read more
Shawaa Kaabaatti dhalattoonni Warra Jaarsoo weerara vaayrasii koroonaatin namoota rakkataniif deeggarsa Birrii miiliyoona 1.8 olii laatan Read more