Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Koomiishigaa Waajjira Giiftii dureen ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumuuz godina Asoosaa aanaa Asoosaa ganda Koomiishigaatti Waajjira Giiftii Dureen kan ijaarrame manni barumsaa sadarkaa…
Baatiwwan jahaan darbanitti Diyaaspooraan Doolaara biiliyoona 1.4 gara biyyaa erguu ibsame
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Baatiwwan jahaan darbanitti Diyaaspooraan Doolaara biiliyoona 1.4 gara biyyaa erguu Ejansiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Boordichi gabatee yeroo taa’een paartileen siyaasaa mallattoo dargommii filannoo akka fudhatan…
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Paartileen Siyaasaa filannoo marsaa 6ffaarratti dorgoman akkaataa gabatee yeroo taa’een mallattoo dargommii filannoo akka fudhatan Boordiin Filannoo…
Baatiwwan jahaan darbanitti magaaloonnii fi gandoonni baadiyyaa haaraan 135 fayyadamoo tajaajila…
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Baatiwwan jahaan darbanitti magaaloonnii fi gandoonni baadiyyaa haaraan 135 fayyadamtoota tajaajila elektirikii ta’uu Tajaajilli Humna Elektirikii…
Projaktiin bishaanii kutaa lammaffaa Laga Daadhii bara dhufu baatii Onkololeessaa irraa eeggalee…
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Projaktiin bishaanii kutaa lammaffaa Laga Daadhii bara dhufu baatii Onkololeessaa irraa eeggalee tamsaasa bishaan dhugaatii akka eegaluuf hojjetamaa…
Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul…
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti ijaarame eebbisiisuuf Asoosaa galan.…
Guddina Ityoophiyaa sadarkaa barbaaddamuun ga’uuf ga’ee fi itti gaafatamummaan Proofeesaroota guutuu…
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) - Guddina Ityoophiyaa sadarkaa barbaaddamuun ga’uuf ga’ee fi itti gaafatamummaan Proofeesaroota guutuu olaanaa ta’uu Ministir Deettaan Ministeera…
Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen daayreektara olaanaa Yuuniiseef waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen daayreektar olaanaa dhaabbata gargaarsa daa’immaanii…
Qorichoonnii fi galteewwan yaalaa gatii Birrii miiliyoona 71 ol qaban gara Tigiraayitti ergamuun…
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Qorichoonnii fi galteewwan yaalaa gatii Birrii miiliyoona 71 ol qaban gara Tigiraayitti ergamuun rabsamaa jira.
Ministeerri Fayyaa FDRI,…
Dhaabbaanni Abbaa Gaar dhaabbilee sadiif beekkamtii laate
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC) – Dhaabbaanni Abbaa Gaar Ityoophiyaa dhaabbilee walga'iinsa odeeffannoorratti raawwii gaarii muul'isan sadiif beekkamtii laateera.
Dhaabbatichi…