Aadde Adaanach Abeebeen proojektoota Gamtaa Afrikaa Finfinneetti ijaarramaan ilaalchisee Gamtaa Afrikaatti ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan Read more
Qormaata kutaa 12ffaaf kan oolu Taableetoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 50 hanga xumura baatii Muddeetti biyya keessa ni galu jedhame Read more
Hariiroon dippiloomaasii Ityoo – Ameerikaa fayyadamummaa waloo bifa eegeen itti fufa- Ambaasaaddar Diinaa Read more
Naannoo Kibbaatti kana dura rakkoo nageenyaa mudateerratti hirmaataniiru kan jedhaman hoggantoonni 711 itti gaafatamummaa isaaniirra kaafaman Read more
Yaa’iin hundeeffama Mana Maree Carraa hojii uumuu naannoo Kibbaa magaalaa Hawaasatti gaggeeffamaa jira Read more
Guyyaa guyyaan dhukkubsattoonni Covid-19 300 ol gara kutaa wallaansa cimaa kan galan ta’uu ibsame Read more
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy daayreektara fandii maallaqa idila addunyaa waliin mari’atan Read more
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa paartilee siyaasaa sanadoota guuttamuu qabu hin dhiyeeffanne 26 haquu beeksise Read more