Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Israa’eel waggaa 2 keessatti filannoo yeroo 4ffaaf gaggeessuufi
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Israa'eel waggaa 2 keessatti yeroo 4ffaaf filannoo gaggeessuufi jedhame.
Israa'eel filannoo gaggeessuuf kan dirqamteef walta'iinsi mootummaa amma…
Yaa’iin hundeeffama Mana Maree Carraa hojii uumuu naannoo Kibbaa magaalaa Hawaasatti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Yaa’iin hundeeffama Mana Maree Carraa hojii uumuu naannoo Kibbaa magaalaa Hawaasatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Yaa’icharratti itti aanaan…
Guyyaa guyyaan dhukkubsattoonni Covid-19 300 ol gara kutaa wallaansa cimaa kan galan ta’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Guyyaa guyyaan dhukkubsattoonni Covid-19 300 ol gara kutaa wallaansa cimaa kan galan ta’uu Ministeerri Fayyaa Beeksise.
Dhukkubsattoota…
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy daayreektara fandii maallaqa idila addunyaa waliin…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) -Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daayreektara Fandii Maallaqa Idila Addunyaa Kiristaaliinaa Joorjiyaavaa waliin bilbilaan mari'ataniiru.…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa paartilee siyaasaa sanadoota guuttamuu qabu hin dhiyeeffanne 26 haquu…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) -Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa paartilee siyaasaa sanadoota guuttamuu qaban hin dhiyeeffanne 26 haquu beeksiseera.
Paartileen siyaasaa hundi…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 290 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 290 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 3 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Indaastirii oomishaa deeggaruuf kan oolu Birriin biiliyoonni 8.6 liqaan argame
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) - Hanqina Faayinaansii Indaastirii oomishaa furuuf kan gargaaru Birriin biiliyoonni 8.6 Baankii Addunyaarraa liqaan argamuu Ministeerri Daldalaa fi…
Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee har’a gaggeesseen murtoo garaagaraa dabarse
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) - Manni Maree Minisirootaa walga'ii idilee 93ffaa har'a gaggeesseen ajandaawwan lama irratti murtoo dabarseera.
1. Wixinee labsii gabaa Kaappitaalaa…
Weerara covid 19 ittisuu fi too’achuuf hojiin qindoominaa qaamolee dhimmi ilaallatuu fi waajjiraalee…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) - Weerara covid 19 ittisuu fi too’achuuf hojiin qindoominaa qaamolee dhimmi ilaallatuu fi waajjiraalee cimee itti fufu akka qabu ibsame.…
Faawudeeshinichi paarkoota filatamanirratti hojiiwwan eegumsa naannoo raawwachuuf waliigaltee…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) - Faawudeeshinichi paarkoota filatamanirratti hojiiwwan eegumsa naannoo raawwachuuf waliigaltee mallateesse.
Faawundeeshiniin Haylamaariyaamii fi…