Ijaarsaawwan dubartootaa magaalaa Finfinneetti argamu Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa meeshalee Birri miiliyoona 5.5 olii taasise Read more
Naannoo Kibbaatti deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birriin miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 53 ol waliiti qabame Read more
Federeeshiniin waldaalee qaama miidhamtoota Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman Read more
Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu bulchiinsa magaalaa Baatuutti hojiilee misoomaa daawwachaa jira Read more
Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI sarara Aadwaa Tambeen Maayqinaaxal iddoo jedhamu Salaasil, maqa Hawzeen Tambeen irratti humna juuntaa ABUT injifate Read more
Naannoo Tigraayitti tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuu marsaa lammaffaan xumuramuu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad beeksisan Read more
Komishiniin Poolisii naannoo Hararii Eegdootaa fi Jaaldhabdoota aanga’oota olaanoo leenjisaa ture eebbisiise Read more