Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu bulchiinsa magaalaa Baatuutti hojiilee misoomaa daawwachaa jira
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu bulchiinsa magaalaa Baatuutti hojiilee misoomaa daawwate.
Jilli Itti Aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu kilaastera…
Aadde Adaanach madda anniisaa Balfa Gogaa Raphii daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Itti aantuu kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen madda anniisaa Balfa Gogaa Raphii daawwataniiru.
Daawwannaa kanarratti aadde…
Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI sarara Aadwaa Tambeen Maayqinaaxal iddoo jedhamu Salaasil, maqa Hawzeen…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) –Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI sarara Aadwaa Tambeen Maayqinaaxal iddoo jedhamu Salaasil, maqa Hawzeen Tambeen irratti humna juuntaa ABUT injifate.…
Naannoo Tigraayitti tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuu marsaa lammaffaan xumuramuu muummee…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) –Naannoo Tigraayitti tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuu marsaa lammaffaan xumuramuu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad beeksisan.
Yeroo…
Naannoo Gaambeellaatti namoonni gochaa shororkeessummaan shakkaman 65 too’ataman
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) –Naannoo Gaambeellaatti namoonni garee finxaaleyyii ABUT fi ABO shanee waliin hidhata qabaachuun shakkaman 65 too’annoo jala ooluu Komishiniin Poolisii…
Komishiniin Poolisii naannoo Hararii Eegdootaa fi Jaaldhabdoota aanga’oota olaanoo leenjisaa ture…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii naannoo Hararii Eegdootaa fi Jaaldhabdoota aanga’oota olaanoo giddugala leenjii raayyaa ittisaa Huursootti leenjisaa ture…
Walqaayit naannoo Xagadee buufata Diiviizyinii Safaratti meeshaaleen waraanaa hedduun too’ataman
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Walqaayit naannoo Xagadee buufata Diiviizyinii Safaratti meeshaaleen waraanaa badii raawwachuuf ture hedduun too’atamuu Izzii Kaabaatti ajejaa…
Bu’uuraalee misoomaa diiguun diina ummataa ta’uu mirkaneessa – Abbootii Gadaa
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Bu’uuraalee misoomaa baasii olaanan ijaarraman barbadeessuun diina ummataa ta’uu mirkaneessudha jedhan Abbootiin Gadaa Gujii.…
Himanni Tiraamp Pensalvaaniyaarratti dhiyeessan kufe
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Abbaan murtii himata Tiraamp Pensalvaaniyaarratti dhiyaassan kuffise.
Tiraamp filannoo preezdaantummaan injifatamusaanii amanuu diduun,…
Obbo Musxaafeen ijaarsa daandii cirrachaa Harshin – Gaashaamoo Looti 1ffaatti hojjetamauuf dhagaa…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Obbo Musxaafeen daandii cirrachaa Harshin – Gaashaamoo Looti 1ffaa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 38n hjjetamuuf dhagaa bu’uuraa kaa’an.…