Qaamooleen nageenya maallaqa miiliyoona 1 fi kuma dhibba 5 gadi akka maallaqa seeraan alaatti ilaaluun too’achuu hin qaban jedhame Read more
Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 73 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Read more
Manni marichaa duub deebii fi tarkaanfi fuulduraa weerara vaayrasii koroonaarratti murtee yaadaa akka dhiyeessu koree dhaabbiif qajeelche Read more
lammiilee balaa lolaatin miidhamaniif deeggarsi maallaqa fi meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 29tti tilmaamamuu taasise Read more
Aadde Adaanachii fi Abunee Maatiyaas iddoo kabajaa ayyaana daamaraa addabaabayii Masqalaa daawwatan Read more
Caffee Oromiyaa waltajjii gamaaggama raawwii bara 2012 fi qophii karoora bara 2013 gaggeessa jira Read more
Ministeerri Fayyaa haldureewwan barbaachisu guutuun filannoo biyyaalessaa gaggeessun akka danda’amu yaada marii dhiyeesse Read more