Browsing Category
Oduu biyya keessaa
lammiilee balaa lolaatin miidhamaniif deeggarsi maallaqa fi meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee balaa lolaatin miidhamaniif deeggarsi maallaqa fi meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 29tti tilmaamamuu…
Aadde Adaanachii fi Abunee Maatiyaas iddoo kabajaa ayyaana daamaraa addabaabayii Masqalaa daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa Qulqulluu Abunee Maatiyaas iddoo kabajaa ayyaana…
Jilli hoggansa olaanaa Oromiyaa miidhamtoota lolaa laga Awaashif deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Jilli hoggansa naannoo Oromiyaa miidhamtoota lolaa laga Awaash daawwachuun deeggarsa taasise.
Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Qondaaltotaa fi miseensota poolisii godina addaa Oromiyaa 617f guddinni gulantaa laatame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Komiishiniin Poolisii Oromiyaa qondaaltotaa fi miseensota poolisii godina addaa Oromiyaa naannawa Finfinnee 617f guddina gulantaa magaalaa Sabbataatti…
Caffee Oromiyaa waltajjii gamaaggama raawwii bara 2012 fi qophii karoora bara 2013 gaggeessa jira
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Afyaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo ergamoota gurguddoo heeraan kennamaniif irratti hundaa’uun fayyadamummaa ummata naannichaa mirkaneessuuf…
Ministeerri Fayyaa haldureewwan barbaachisu guutuun filannoo biyyaalessaa gaggeessun akka…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Sababa Vaayrasii koroonaan dheerate kan ture filannoon biyyaalessaa ammaan tana haaldureen guutamee gaggeeffamuu akka danda’u Ministeerri Fayyaa yaada…
Ityoophiyaan nageenyumma nyaataa fi oomishtumma qonnaa mirkaneessuuf misooma baadiyyaa babal’isaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan nageenyumma nyaataa fi oomishtumma qonnaa mirkaneessuuf misooma baadiyyaa babal’isaa akka jirtu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Gadduu…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa har’a walga’ii ariifachiisaa 3ffaa ni gaggeessa
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI har’a walga’ii ariifachiisaa 3ffaa bara hojii 5ffaa ni gaggeessa.
Walga’iin kun sa’aa muraasan booda galma…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 689 vaayrasii koroonatin qabamaniiru
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 689 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleessa darbeen…
Haala anniisaa dabalataa Giigaa Waatii 25 maddisiisuun danda’amurratti mari’atame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) –Haala anniisaa dabalataa Giigaa Waatii 25 maddisiisuun danda’amurratti dhabbata idila addunyaa Foortiiskiiw jedhamu waliin marii gageessuu Ministeerri…