Dooktar Abiy Ajandaa raawwii riifoormii Diinagdee mandhaleerratti koree waliin mari’achuu ibsan Read more
Qabeenyi Bishaan lafa jalaa fi lageen Daangaa ce’oon ka’umsa walfamii osoo hin taane agarsiiftuu misooma waloo ta’uu qabu jedhame Read more
Xiyyaara Itiyoophiyaa har’a Hawaasa gara Finfinnee balali’aa ture keessatti aarri mul’atus rakkoo malee Buufata Xiyyaaraa Boolee gahuu isaa ibsame Read more
Finfinnee mallattoo Badhaadhina Afrikaa taasiisuuf hojjechuu itti fufna – Aadde Adaanach Abeebee Read more
Itiyoophiyaan waggoottaan shanan itti aanan biyyoota addunyaa guddina diinagdee saffisaa galmeessuu danda’an keessa tokko ta’uu ibsame Read more
Naannichatti balaa lolaa mudachuu danda’u hir’isuuf hidhawwan hojjetaman misooma jallisiif oolaa jiru – Obbo Awwal Aarbaa Read more
Itiyoophiyaan miseensa BRICS akka taatu deeggarsi Chaayinaan taasiifte hariiroon biyyoota lamaanii cimaa ta’uu agarsiiftudha – Ambaasaaddar Zhaa’oo Zhiiyuu’aan Read more
Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon maanguddootaa fi harka qalleeyyiif maaddii qoodan Read more