Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen yakka saamichaa (‘Shuwaashuwaa’) to’annoo jala oolan
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Naannawaa garaagaraatti konkolaataan socho’uun tooftaa hannaa ‘Shuwaashuwaa” jedhamuun gareen yakkaa saamichaarratti bobba'ee fi miseensota 7 qabu to’annoo…
Jala bultiin Ayyaana Cuuphaa (Kataraa) sirnoota garaagaraatiin kabajame
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Jala bultiin Ayyaana Cuuphaa (Kataraa) Finfinnee dabaltee magaalotaa garagaraatti haala duudhaa amantaa isaa eeggateen kabajameera.
Haaluma kanaan…
Dooktar Abiy turtii Kaampalaa xumuruun gara Itiyoophiyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii Ugaandaa Kaampaalaatti taasisaan xumuruun gara Itiyoophiyaatti deebi’aniiru.
Dooktar Abiy Ahimad…
Ayyaanni Cuuphaa faaya sabdaneessummaan addunyaarratti itti mul’anuudha-Obbo Fiqaaduu Tasammaa
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa qabeenya Kiliyaa sonawwan nageenyaa fi waloomaa waliin jireenya keenya keessatti gabbifannee fi faaya sabdaneessummaan addunyaarratti itti…
Ayyaanni Cuuphaa maqaa gaarii biyya ijaaruu cinaatti faayidaa diinagdee kan qabudha-Aadde Adaanech
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa maqaa gaarii biyya ijaaruu cinaatti faayidaa diinagdee kan qabu ta’uu Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfnnee Aadde Adaanech Abeebeen…
Imala Gonfoo “Man of the Globe”
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Hojjaan akka birbirsaa yeroo sansakaa qixaa’e faanaa walmadaalee tarkaanfatu surraa gonfatee midhaginaa irraa calaqqisuun lafa kana miidhagsa.
Sababa…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa walin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)-Ministiri Muumme FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Giruuppii Baankii Misoomaa Afrikaa Akiin Adesiinaa waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy yaa’ii…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaan Ruutoo waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii 19ffaa Sosochii…
Adde Sa’aadaa Abdurraahmaan ergaa baga ittiiniisni gahee dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan Ayyaana Cuuphaa Sababeeffachuun erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Ergaa isaniin,…
Itiyoophiyaan qajeeltoowwan karaa nagaa fi faayidaa waloo hordofuun karra galaanaa argachuuf…
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan qajeeltoowwan karaa nagaa fi faayidaa waloo hordofuun karra galaanaa argachuuf hojjechuu itti fufti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…