Atileetonni Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 44ffaaf shaakala taasisaa jiraachuu ibsame Read more
Piriimaayer Liigii Ingilaand har’a taphatameen Arsenaalii fi Siitiin morkattoota isaanii injifatan Read more
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa magaalaa Walisootti torbee lamaaf gaggeeffamaa ture xumurame Read more
Taphni Liigii 1ffaa kilaboota Oromiyaa Magaalaa Roobeetti gaggeeffamaa ture olaantummaa Magaalaa Dodolaan xumurame Read more
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni Liivar Puulii fi Cheelsii gidduutti taphatamu ni eegama Read more
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a tapha murteessaa ramaddii xumuraa Liibiyaa waliin ni taphata Read more