Browsing Category
Ispoortii
Piriimaayer Liigii Ingilaand har’a taphatameen Arsenaalii fi Siitiin morkattoota isaanii…
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) - Piriimaayer Liigii Ingilaand har'a waaree boodaa eegalee taphatameen Arsenaalii fi Maanchiisteer Siitiin morkattoota isaanii injifataniiru.…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa magaalaa Walisootti torbee lamaaf gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa magaalaa Walisootti torbee lamaaf gaggeeffamaa ture guyyaa har’aa xumurameera.
Shaampiiyoonaan Wal dorgommii…
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa dorgommii Chaanii al ta’e
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha ramaddii xumuraa eda Liibiyaa waliin taphateen goolii 3 fi 1n injifatameera.
Gareen biyyaalessa…
Taphni Liigii 1ffaa kilaboota Oromiyaa Magaalaa Roobeetti gaggeeffamaa ture olaantummaa Magaalaa…
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) - Dorgommiin Kubbaa Miilaa Liigii 1ffaa kilaboota Oromiyaa Magaalaa Roobeetti gaggeeffamaa ture injifannoo kilaba Magaalaa Dodolaan xumurameera.…
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni Liivar Puulii fi Cheelsii gidduutti taphatamu ni…
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) - Piriimayeer Liigii Ingilaandiin har'a taphni Liivar Puulii fi Cheelsii gidduutti sa'aatii 9:30 eegalee taphatamu ni eegama.
Piriimayeer liigichaan…
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a tapha murteessaa ramaddii xumuraa Liibiyaa waliin ni taphata
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa Aljeeriyaatti taphatamaa jiruun gareen Ityoophiyaa har’a tapha murteessaa ramaddii xumuraa Liibiyaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa tapha Aljeeriyaa waliin qabuuf ofitti amanamummaa gaariirratti…
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa tapha har'a Aljeeriyaa waliin taphatuuf ofitti amanamummaa gaariirratti kan argamu ta’uu leenjisaan garichaa Wubatuu…
Fiigicha walakkaa maaraatoonii Hiiwustaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Fiigicha walakkaa maaraatoonii Ameerikaa Hiiwustanitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan.
Fiigicha walakkaa maaraatoonii dhiirotaan …
Kongiransiin Filannoo Atileetiksii Riijinii Afrikaa Bahaa miseensota Koree Hojii Raawwachiistuu…
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Kongiransiin Filannoo Atileetiksii Riijinii Afrikaa Bahaa miseensota Koree Hojii Raawwachiistuu waggoota 4’n dhufan riijinicha hogganaan guyyaa har’a …
Fiigicha daandiirraa kiiloo meetira 10 Ispeen Yaalamwarqi Yawaalaawu injifatte
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Ispeenitti fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 gaggeeffame Atileet Yaalamwarqi Yawaalaawu injifatte.
Dorgommicha daqiiqaa 29 fi sekoondii 19'n galuun…