Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) –Shaampiyoonaa Kilaboota naannolee Itiyoophiyaan Kilabni bulchiinsa magaalaa Dambi Doolloo Araadaa injifachuun nuusa xumuraaf darbe.
Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n Araadaa injifachuun kilaba naannoo Oromiyaa 3ffaa tapha nuusa xumuraaf darbe ta’eera.
Gincii fi Leeqaan tapha nuusa xumuraaf darbuun isaanii ni yaadatama.
#Oromia #Ethiopia