Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Ji’oorjiyaa Meeloonii waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Ministira Muummee Rippaabliika Biyyaalessa Xaaliyaanii Ji’oorjiyaa Meeloonii Masaraa biyyaaleeassaatti simadheera jedhan Dooktar Abiy Ahimad.
Dhimmoota waloo fi gamhedduurratti mari’anneerra jedhan.
Hariiroon bara dheeraa biyyoota lamaanii ‘akkaataa hammattoo waliigaltee tumsa Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin’ sanada waliigalteen caalmaatti cimeera jechuun kaasan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.