Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan jiraattoota magaalaa Maqalee waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 4, 2019 (FMC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan jiraattoota magaalaa Maqalee waliin mari’ataniiru.

Abbootii amantaa, jaarsolii biyyaa fi dargaggoota magaalichaa waliin haala waqtaawaa naannichaarratti mari’ataniiru.

Haala nageenyaa fi tasgabbii caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’achuu isaanii ibsameera.

Gizaachoo Girmaayeetiin

#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa

Comments (0)
Add Comment