Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Filannoon dhiibbaa tokko malee gaggeeffamuun diree dimookraasii dagaagsa jedhan Paartileen Morkattootaa Magaalaa Maayaatti dorgoman.
Miseensonni Paartii walqixummaa fi Bilisummaa magaalaa maayaatti dorgoman filannoon karaa dimookraatawaa fi bilisa taheen gaggeefamuun isaa ijaarsa biyyaa fi sirna diimookiraasii dagaagsuuf gahee olaanaa qabaachuu dubbatan.
Bu’aa filannoos fudhachuuf qophii ta’uu himan.
Kadiir Shamshadiin