Ispoortii
Toonii Kiruus tapha Kubbaa Miilaa dhaabuuf ta’uu beeksiise
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu Kilaba Riyaal Maadridii fi Garee Biyyaalessa Jarman Toonii Kiruus waancaa Awurooppaa 2024 booda tapha Kubbaa Miilaa dhaabuuf murteessuu beeksiiseera.
Ga’eessi umrii waggaa 34 kun kilaboota Awurooppaa garaagaraa fi Garee Biyyaalessa Jarman waliin yeroo gaarii dabarsuu…
Read More...
Maanchiister Siitiin Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Maanchiister Siitiin Yeroo 4ffaaf walitti aansuun Shaampiyoona Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa ta'eera.
Siitiin galchii 3 fi 1n Weest Haam injifachuun Shaampiyoonaa ta'eera.
Maanchiister…
Shaampiyoonaan Mo’aa Mo’attootaa Bulchiinsa Magaalota Godina Jimmaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaan Mo'aa Mo'attootaa Bulchiinsa Magaalota Godina Jimmaa 33 hirmaachise eegalameera.
Dorgommichi dargaggota godinaafi naannoo bakka bu'an filachuuf kan gargaaruu ta'uu Itti Gaafataamaan…
Atileetoonni Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Paaraa Idil Addunyaa Jaappaan injifatan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Shaampiyoonaa Atileetiksii Paaraa Idil Addunyaa Jaappaanitti gaggeeffamaa jiru injifatan.
Fiigicha meetira kuma 1 fi 500 garee 13 gidduutti fiigame Atileet Tigisti…
Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii fiigicha meetira kuma 1fi 500 injifatte
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii fiigicha meetira kuma 1fi 500 Loosanjalasitti fiigame injifatte.
Atileet Dirribeen fageenyicha daqiiqaa 3:55.25 xumuruun yoo injifatu Atileet Fireewayinii Hayiluun…
Fiil Foodan taphataa cimaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa jedhamuun badhaafame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) –Taphataan Maanchiister Siitii Fiil Foodan taphataa cimaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2023/24 jedhamuun badhaafameera.
Dargaggeessi umrii waggaa 23 lammiin Ingiliiz Fiil Foodan bara kana galchiiwwan…
Atileet Salamoon Baraggaan fiigicha Meetira kuma 5 Loosaanjalasitti fiigame injifate
Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Atileet Salamoon Baraggaan fiigicha Meetira kuma 5 Ameerikaa Loosaanjalasitti fiigame injifateera.
Atileet Salamoon Baraggaan fageenyicha daqiiqaa 12:51.60 xumuruun yoo injifatu, Atileet…