Ispoortii
Tapha PSG fi Aston Viilaa haalaan eegamu
Finfinnee, Hagayya 6, 2026 (FMC) – Taphni xumuraa Suppar Kaappii Awurooppaa har’a galgala PSJ fi Aston Viilaa gidduutti taphatama.
Taphni Shaampiyoonaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa kan ta’e PSG fi Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa kan ta’e Aston Viilaan gidduutti waancaaf taphatamu kun haalaan kan eegamudha.
PSG yeroo lammaffaaf walitti…
Read More...
Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa, Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa irratti hirmaate Finfinnee…
Finfinnee, Hagayya 6, 2018 (FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa, Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umurii 20 gadii Ameerikaa, Origanitti gaggeeffamaa tureerratti hirmaatan Finfinnee galaniiru.
Itiyoophiyaan shaampiyoonicharratti…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii har’a xumurama
Finfinnee, Hagayya 3, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii , marsaa 21ffaan Ameerikaa, Oriigoniitti gaggeeffamaa jiru, har’a xumura isaa ni argata.
Itiyoophiyaan hanga ammaatti dorgommiiwwan…
Riyaal Maadriid waliigaltee Viniishiyas Juuniyar waliin qabu hanga bara 2032tti dheeresse
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Kilabni Ispeen Riyaal Maadriid taphataa sarara fuulduraa Biraaziil, Viniishiyas Juuniyar waliin waliigaltee qabu hanga Waxabajjii bara 2032tti akka dheeresse ifoomseera.
Viniishiyas Juuniyar umurii…
Mohaammad Saalaan kilaba Turkii Tiraabzonspooritti makame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Taphataan kubbaa miilaa beekamaan biyya Ijipti Mohaammad Saalaan jijjiirraa bilisaan kilaba Turkii Tiraabzonspooritti makameera.
"Mootii Fara'oonotaa" jedhamuun kan beekamu taphataan waggaa 34 kun,…
Dursaan Garee Biyyaalessaa Yuugaandaa Saamtotaan Ajjeefame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Dursaan garee biyyaalessaa Yuugaandaa fi taphataan kilaba 'SC Villa', Daviid Owoorii, haleellaa saamtoonni irratti raawwataniin lubbuun isaa darbeera.
Taphataan sarara giddugaleessaa umurii waggaa…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Umurii Waggaa 20 Gadii 21ffaan har’a jalqabama
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umurii waggaa 20 gadii marsaa 21ffaan har'a Ameerikaa, Oriigantti ni jalqabama.
Shaampiyoonicharratti atileetonni 1,800 biyyoota 147 irraa dameewwan dorgommii…