Ispoortii

Ispoortii

Gareen Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf gita isaa Ikuwaatooriyaal Giinii injifate

Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf Ikuwaatooriyaal Giinii  4-1 injifachuun marsaa itti aanutti darbe . Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa dubartoota umurii 20 gadii gita isaa Ikuwaatooriyaal Giinii…
Read More...