Ispoortii
Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan har’a Borushiyaa Doortimand PSG keessummeessa
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan taphni har’a Borushiyaa Doortimand PSG waliin taasiisu akkaan eegama.
Taphichi har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphatamaa.
Kilaboonni lamaan taphoota 6 waliin taphatan keessaa PSGn yeroo 2 yoo injifatu, Doortimand yeroo 1…
Read More...
Taphoonni Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’aa fi boru taphatamu
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Taphoota Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan taphni har’a Baayerni Muunik Riyaal Maadrid waliin taasiisu akkaan eegama.
Baayerni Muunik har’a halkan sa’aatii…
Atileetoonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Maadrid injifatan
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Ispeen Magaalaa Maadriditti gaggeeffame Koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Fiigicha Atileetoota dhiirootaa gidduutti gaggeeffame Atileet Mitikkuu…
Arsenaal Tootenhaam injifachuun dursummaa liigichaa cimsate
Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC) - Piriimeer Ingilaandi torbee 35ffaa har'a waaree booda sa'aatii 10:00 irraa jalqabee taphatameen Arsenaal Tootenhaam injifachuun dursummaa liigichaa cimsateera.
Tapha guddaa darbii Kaaba Landaniin Arsenaal…
Weest Haam 2 – 2 Liivarpuul
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) - Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan taphni har'a Weest Haam fi Liivarpuul gidduutti taphatame galchii 2 qixa xumurame.
Liivarpuul har'a qixa bahuu hordofee falmiin Waancaaf taasiisu caalmaatti…
Fiigicha meetira kuma 5 Shaangaayitti dorgomameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1- 4 ba’uun…
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) –Fiigicha meetira kuma 5 Atileetoota dubartootaa gidduutti Chaayinaa magaalaa Shaangaayitti dorgomame Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 1ffaa hanga 4ffaa ba'uun xumuran.
Atileet Maqdas Alamisheet daqiiqaa…
Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha meetira kuma 5niin Adiizeerootti fiigame injifate
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha meetira kuma 5niin Adiizeerootti dorgomame injifateera
Fiigicha kiiloo meetira 5 Adizeerootti Dhaabbanni Adiidaa qopheesse kana Yoomiif Qajeelchaan f daqiiqaa 13…