Ispoortii

Ispoortii

Bunni Itiyoophiyaa Waancaa Itiyoophiyaa injifate

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) –Bunni Itiyoophiyaa Waancaa Itiyoophiyaa bara 2016 injifateera. Bunni Itiyoophiyaa tapha xumuraa waancaa Itiyoophiyaa Waalaayittaa Diichaa waliin taphate galchii 2 fi 1n injifachuun Geeba Itiyoophiyaa bara 2016 fudhateera. Kana hordofee Bunni Itiyoophiyaa bara dhufu Itiyoophiyaa bakka bu'uun Waancaa…
Read More...