Ispoortii
Fiigichi kiiloo meetira 5 dubartoota Kuma 15 hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)-Dubartoonni kuma 15 ol kan irratti hirmaatan fiigichi kiiloo meetira shanii "Dubartootaaf dursa" Marsaa 21ffaan Finfinneetti gaggeeffame.
Mata duree "Dandeettii Dubartootaa haa deeggarru; jijjiirama haa saffisiisnu" jedhuun gaggeeffameera.
Dorgommicharratti Atileetonni, Ambaasaaddaroonni fi kanneen biroon…
Read More...
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa taphoota guutuu Afrikaarratti hirmaatu Gaanaa Akiraa gale
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) -Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa taphoota guutuu Afrikaa 13ffaarratti hirmaatu Gaanaa magaalaa Akiraa galeera.
Jilli Atileetoota 80 fi Hoggantoota 5 of keessatti hammate kun har'a ganama Gaanaa…
Sirni walharkaa fuudhiinsi Xombora Olompikii raawwatame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Naannoon Oromiyaa Xombora Olompikii naannoo Affaarirraa fuudhuun naannoo Amaaraatti dabarsee kenneera.
Sirni wal harkaa fuudhinsaa kun har'a magaalaa Bishooftuutti bakka hooggantoonni naannoofi…
Taphoota FA Cup taphni har’a Maanchiister Siitiin Niwuukaastiil waliin taasiisu ni eegama
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Taphoota Nuusa xumuraa FA Cup taphni har'a Maanchiister Siitiin Niwuukaastiil, Boru ammoo Maanchiister Yuunaayitiid Liiverpuul waliin taasiisan hawwiin eegama.
Taphoota Nuusa xumuraa kanaan har'a…
Tapha Guutuu Afriikaan Itiyoophiyaan meedaaliyaa jalqabaa argatte
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Tapha Guutuu Afriikaa 13ffaan Itiyoophiyaan meedaaliyaa jalqabaa argatteetti.
Dorgommii Biskileetii dhiirotaa umrii 23 gadii gaggeeffameen Kiyyaa Jamaal 2ffaa ba’uun meedaaliyaa Meetii argamsiiseera.…
Ramaddiin Nuusa xumuraa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Ramaddii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal Baayerni Muunik waliin ramadame.
Riyaal Maadriid Maanchiister Siitii,
Atileetiikoo Maadriid Boorishiyaa Doortimand,
PSGn…
Taphni deebii Shaampiyoonsi Liigii Kilaboota Awurooppaa galgala har’aa ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 3, 2016 (FBC)- Tapha galgala kana taphatamuun Arsenaal dirree isaa Filaayi Emireetirraatti kilaba Porchuugaal Poortoo keessummeessa.
Torbee lamaan dura kan waliin taphatan kilaboonni lamaan Poortoon dirree…