Ispoortii
Liivarpuul 1 – 1 Maanchiisteer Siitii
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni hawwiin eegamaa ture qixaan xumurame.
Taphoota Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 28ffaa galgala kana taphatameen Liivarpuulii fi Maanchiister Siitiin galchii 1 qixa xumuruun qabxii qoodaniiru.
Liivarpuuliifi Maanchistar Siitiin tapha 196ffaa isaanii waliin…
Read More...
Pirimeer liigii Ingilaandiin galgala kana falmiin Liivarpuuliif Maanchistar Siitii ni eegama
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Taphoota Pirimeer liigii Ingilaandiin torbee 28ffaan galgala kana falmiin Liivarpuuliif Maanchistar Siitii ni eegama.
Piriimeer liigii Ingilaandiin bara kana kilaboonni sadi garaagarummaa qabxii…
Itiyoophiyaan Taphoota guutuu Afrikaa 15ffaa qopheessuuf fedhii qabaachuu beeksiiste
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) -Itiyoophiyaan Taphoota guutuu Afrikaa 15ffaa bara 2031 qopheessuuf fedhii qabaachuu beeksiiste.
Ijipti taphoota guutuu Afrikaa 14ffaa bara 2027 gaggeeffamu akka qopheessituuf filatamteerti.
Koongoo…
Manchister Yuunaayitid Evertaniin 2 fi 0’n injifate
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Tapha Piriimiyer liigii Ingiliiz torbee 28ffaan Maanchister Yuunaayitid Evertaniin 2 fi 0’n injifateera.
Galchiiwwan Maanchister Yuunaayitidiin injifachiisaan Maarkas Raashfordii fi Buruunoo…
Sirni baniinsa Tapha Guutuu Afrikaa 13ffaa gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Sirni baniinsa Tapha Guutuu Afrikaa 13ffaan hanga Bitootessa 13, 2016'tti turu Gaanaa Akraatti gaggeeffameera.
Sirna baniinischaarratti, Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii…
Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan taphni Liivarpuul Maanchiister Siitii waliin…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan har’aa eegalee ni taphatama.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni Maanchiister Yuunaayitiid Eevartan keessummeessu xiyyeeffannoo…
Dorgommiin taphoota guutuu Afrikaa 13ffaan har’a ni eegala
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Sirni baniiinsa dorgommii taphoota Guutuu Afrikaa 13ffaan har’a Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Ispoortii Gaanaa Magaalaa Akraatti argamutti ni eegala jedhame.
Komishinara Komishinii Gamtaa Afrikaa…