Ispoortii
Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame galchii 1 qixaan xumurameera.
Akkasumas taphni galgala kana sa'aatii 12:00 irraa eegalee Machaalii fi Faasiil gidduutti gaggeeffame goolii malee qixaan xumurameera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa…
Read More...
Taphoonni ramaddii 5ffaa gaggeeffaman qixa xumuraman
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)-Keessummeessummaa Kootdiivaariin tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa gaggeeffamaa jiruun galgala kana taphoonni ramaddii 5ffaa gaggeeffaman galchii malee qixa xumuramaniiru.
Naamiibiyaan Maalii waliin Afrikaan…
Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa qaba-BDIO
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa kan qabu ta’uu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa beeksise.
Sagantaan Fiigicha guddichaa Wancii Dandii kiiloo meetira 10…
Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa Amajjii 21 eegala
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa 53ffaan Amajjii 21-26, 2016’tti Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa beeksise.
Sagantichis Akkaadaamii Ispoortii…
Kaameeruun gara tapha mo’atanii darbuutti darbite
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Waancaa Afrikaa 34ffaan ramaddii 3ffaarraa Kaameeruun Seneegaalitti aanuun gara tapha mo'atanii darbuutti darbite.
Tapha har'a gaggeeffameen Kaameeruun Gaambiyaa 3 fi 2'n injifachuu dandeesseetti.…
Ikkuwaatooriyaal Giinii fi Naayijeeriyaan tapha mo’atanii darbuuf darban
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan Ikkuwaatooriyaal Giinii fi Naayijeeriyaan tapha mo'atanii darbuuf, darbuu mirkaneeffatan.
Tapha galgala kana gaggeeffameen qopheessituun tapha Waancaa Afriikaa Kootdiivaar…
Lubbuun deeggartoota Garee Kubbaa Miilaa Giinii 6 darbe
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaan Giiniin Gaambiyaa injifachuu hordofee deeggartoota gammachuu isaanii ibsachuuf addabaabayyitti ba’an ja’a lubbuun darbuun gabaafame.
Taatee mudate hordofees Federeeshiniin Kubbaa…