Ispoortii
Maaraatoonii Duubaay Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Maaraatoonii Duubaayiin Atileetonni Itiyoophiyaa koorniyaa lameeniin injifataniiru.
Dorgommiin Dhiirotaan Atileet Addisuu Goobanaa yoo injifatu, Lammii Duumechaa 2ffaa, Dajanee Magarsaa 3ffaan akkasumas Abdii Fufaan 4ffaan xumuraniiru.
Dorgommii kana Dubartootaan ammoo Atileet Tigisti Katamaa injifachuu ragaan…
Read More...
Taphataan Kubbaa Miilaa Shimallis Baqqalaan garee biyyaalessaa keessaa of baase
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Taphataan Sarara Fuulduraa Shimallis Baqqalaan tajaajila waggoota 15 booda Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa keessaa of baasuu ifoomse.
Taphataan sarara fuulduraa kunis tapha kubbaa miilaa…
Liigii Olaanaa Oromiyaa torbee 4ffaan Mattuun Ammayyaa waliin, Jaardegaa Jaarteen Geedoo waliin qixa…
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanaa Oromiyaa torbee 4ffaa har’a taphatameen Mattuun Ammayyaa waliin, Jaardegaa Jaarteen Geedoo waliin qixa xumuraniiru.
Magaalaan Mattuu Ammayyaa waliin galchii 3 qixa ba’uun qabxii…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Arsenaal yoo injifatamu, Tootanhaam injifate
Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 20ffaa har’a taphatameen Arsenaal Fuulhaamiin yoo injifatamu, Tootanhaam Boornimaawuz injifateera.
Arsenaal Fuulhaamiin galchii 2 fi 1n yoo…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Godina Jimmaa xumurame
Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa aanaalee Godina Jimmaa gaggeeffamaa ture xumurame.
Shaampiyoonachi dorgommiiwwan Ispoortii aadaa 8’n aanaalee godinichaa 20 giddutti gaggeeffamaa turuun ibsameera.
Itti…
Taphoota Liigii Olaanoo Oromiyaa har’a taphatameen Ginciin Ammayyaa yoo injifatu, Gullisoo fi…
Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Oromiyaa torbee 2ffaa har’a taphatameen Ginciin Ammayyaa yoo injifatu, Gullisoo fi Yuunivarsiitiin Dambi Doolloon qixa xumuruun qabxii qoodataniiru.
Gullisoo fi Yuunivarsiitiin…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni Arsenaal Weest Haam, Biraayitan Tootanhaam waliin taasiifamu…
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 19ffaa har’a taphatamuun taphni Arsenaal, Weest Haam, Biraayitan Tootanhaam waliin taasiifamu akkaan eegama.
Halkan sa’aatii 4:30 Biraayitan falmiin…