Ispoortii
Fiigichi Maaraatoonii Atleetoota biyyoota 6 hirmaachisu Dilbata dhufu Asmaaraatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa dabalatee Atleetoota biyyoota 6 kan hirmaachisu Fiigichi Maaraatoonii Asmaraa Dilbata dhufu Asmaaraatti kan gaggeeffamu Komishiniin Aadaa fi Ispoortii Eertiraa beeksiise.
Fiigichi Maaraatoonii Dhiiroota gidduutti, fiigichi Fageenyaa Kiiloo Meetira 10 ammoo dubartoota gidduutti kan gaggeeffamu…
Read More...
Liyooneel Meesiin Intar Maayamiitti imaluufi
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Urjiin kubbaa miilaa Arjantiinaa Liyooneel Meesiin kilabaa isaa Faransaay PSJ gadi lakkisuun garee Kubbaa miilaa Ameerikaa Intar Maayamii seenuufi.
Gara Intar Maayamiitti imaluun Meesii Awurooppaan…
Namootni taphataa Riyaal Maadrid Viinisheyes Juuner sanyummaan arrabsan adabaman
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Namootni taphataa Riyaal Maadrid Viinisheyes Juuner arrabsoo sanyummaan arrabsan 7 adabamaniiru.
Namootni afur Yuuroo kuma 60 yoo adabaman, dabalataan waggoota lamaaf dirree galanii akka kubbaa hin…
Sagantaan baniinsa Shaampiyoonaa Ispoortii Goolfii Afrikaa Zoonii 4ffaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Sagantaan baniinsaa Shaampiyoonaa Ispoortii Goolfii Afrikaa Zoonii 4ffaa Kilaba Goolfii Raayyaa Ittisaa keessatti gaggeeffamaa jira.
Ministirri Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa, Ministir…
Zilaataan Ibraahiimooviichi tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Siwiidin Zilaataan Ibraahiimooviichi tapha Kubbaa miilaa dhaabuu beeksiseera.
Zilaataan Ibraahiimooviichi umrii isaa waggaa 41tti tapha kubbaa miilaa…
Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Istookhoolimitti fiiggame koorniyaa lamaaniinuu…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Siwiidiin Istookhoolimitti fiiggame koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Koorniyaa lamaaniinuu sadarkaa 1ffaa hanga 3ffaa qabachuun xumuraniiru.…
Maanchiisteer Siitiin Shaampiyoonaa FA Ingilaandi bara 2022/23 ta’e
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin kilaba masaanuu isaa Maanchiisteer Yuunaayitiid injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa FA Ingilaandi bara 2022/23 ta’eera.
Maanchiisteer Siitiin goolii 2 fi 1 Maanchiisteer…