Ispoortii

Ispoortii

Taphni Waancaa FA Ingilaandi har’a Maanchiisteer Siitii fi Yuunaatiid gidduutti taasiifamu akkaan eegama

Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa FA Ingilaandi har’a Maanchiisteer Siitii fi Maanchiisteer Yuunaatiid gidduutti taasiifamu Maanchuriyaan Darbii 189ffaan akkaan eegamu. Kilabootni magaalaa Maanchistar laman har'a sa'aatii 11:00 irraa eegalee Waancaa FA Ingilaandi bara kanaa fudhachuuf wal morkatu. Maanchistar Siitiifi…
Read More...