Ispoortii
Fiigichi guddichi Magaalaa Shaggar 1ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti fiigichi guddaan Kiiloo meetira shanii 1ffaa fi sochiin ispoortii hawaasaa kutaa magaalaa Koyyee Facceetti adeemsifamaa jira.
Sagantaan kanarratti qondaaltonni Federaalaa, Naannoo, Magaalaa Shaggar, Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi hawaasni argamaniiru.
Dabalataan,…
Read More...
Ispoortessaan Garramawu Damboobaan boqote
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)-Ispoortessaa beekamaan Biskileetaa Garramawu Damboobaa umrii waggaa 90ffaatti du’aan addunyaa kanarraa boqoteera.
Garramawu Damboobaa dhibee mudateen yaalamaa turuun guyyaa kaleessaa boqochuun…
Garee Ispoortii manneen barnootaa Ityoophiyaa bakka bu’uun waldorgommii ispoortii…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015(FBC)- Garee Ispoortii manneen barnootaa Ityoophiyaa bakka bu’uun waldorgommii ispoortii Paan-Afrikaaniziimi Taanzaaniyaatti gaggeeffamerratti hirmaateef sirni badhaasaa taasifame.
Gareen ispoortii Manneen…
Jila Atleetiksii dorgommii Qaaxxamura Biyyaa Idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaateef Badhaasnii fi…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Jila Atleetiksii Ityoophiyaa dorgommii Qaaxxamura Biyyaa Idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaachuun sadarkaa 2ffaan xumureef Badhaasnii fi beekkamtiin laatameera.
Atleetoota Meedaaliyaa Warqee…
Jilli Atleetiksii dorgommii Qaxxaamura biyyaa idil Addunyaarratti hirmaachuun sadarkaa 2ffaan xumure…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa dorgommii Qaxxaamura biyyaa idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaachuun sadarkaa 2ffaan xumure Finfinnee galeera.
Dorgommii fiigicha qaxxaamura biyyaa Awustiraaliyaatti…
Shaampiyoonaa Manneen Barnootaa Paan Afrikaanizimii Naannoon Oromiyaa sadarkaa 2ffaan xumure
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa bakka bu'uun Shaampiyoonaa Manneen Barnootaa Paan Afrikaanizimii Taanzaaniyaatti gaggeeffamerratti kan hirmaate Naannoon Oromiyaa Koorniyaa lamaaniin sadarkaa 2ffaan xumureera.…
Astoon Viilaa 2 – 4 Arsenaal
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa liigichaatti deebi'e.
Tapha har'a waaree booda kilaboota lamaan gidduutti gaggeeffameen Arsenaal Istaadiyeemii Viillaa…