Ispoortii
Fiigicha guddattootaa fi Dargaggootaa Zaambiyaatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Fiigicha guddattootaa fi Dargaggootaa Zaambiyaatti har'a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aniiru.
Fiigicha meetira kuma 3 dubartoota umrii waggaa 20 gadii gidduutti fiiggameen Atleet Asmaarachi Annilay 1ffaa, Yeneewaa Nibrat 2ffaa, Ayinaddis Maabraatuun sadarkaa 3ffaa ba'uun xumuraniiru.
Fiigicha…
Read More...
Bunni Ityoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 4 fi 1n injifate
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa Torbee 21ffaa har’a gaggeeffameen Bunni Ityoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 4 fi 1n injifateera.
Tapha har'aa injifachuu hordofee Bunni Ityoophiyaa qabxii…
Magaalaan Adaamaa Shaampiyoonaa Kilabootaa Atileetiksii Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa koorniyaa lamaaniin Shaampiyoonaa 14ffaa kilabootaa Atileetiksii Oromiyaa olaantummaan xumure.
Waldorgommiin Shaampiyoonichaa Eebla 15-20, 2015 Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa…
Atileet Daraartuu Tulluu Ittaantuu Pireezidaantii Atileetiksii Afrikaa ta’an
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Gargaartuun Koomishinaraa Atileet Daraartuu Tulluun Ittaantuu Pireezidaantii Atileetiksii Afrikaa ta’uun filataman.
Gargaartuu Komishinaraa Atileet Darartuu Tulluun xumura walga’ii Konfedereeshinii…
Amma waancaan harka keenya keessa jira – Peep Gaardiyoolaa
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Leenjisaan Maanchiisteer Siitii Peep Gaardiyoolaan erga Arsenaal haala amansiisaan injifatanii booda waancaan Piriimaayeer Liigii harka keenya keessa jira jedhan.
Eda halkan Liigicha dursaa kan jiru…
Yaa’iin 19ffaa Mana Maree Ispoortii Oromiyaa gaggeefamaa jira
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Yaa'iin 19ffaa Mana Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii fi qoondaaltonni olaannoon naannoo fi…
Laga Xaafoo Laga Daadhii 0 – 0 Hadiyyaa Hoosaa’inaa
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Taphni Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaa Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Hadiyyaa Hoosaa’inaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame.
Magaalaan Adaamaa sa’aatii 12:00 irraa…