Ispoortii
Gareen biyyaalessaa Ityoophiyaa Morokoon 2 fi 1’n injifatame
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa marsaa 2ffaaf taphaa ga’umsa adda baasuu Morokoo waliin taphateen 2 fi 1’n injifatameera.
Tapha Chaaniif Morookoo Kaazaabilaankaatti qophii taasisaa kan jiru gareen biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaa Morookoo waliin har’a taphateera.
Taphichaan 2 fi 1’n injifatamuu ragaan…
Read More...
Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa dhaabe
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Taphataan kubbaa miilaa beekaman lammii Weelsi Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa biyyaalessaas ta’e kilabaa dhaabuu beeksise.
Beel gama miidiyaa hawaasummaa isaan akka ibsetti, abjuu kubbaa miilaa jaallatu…
Roobeertoo Maartiineez leenjisaa Garee Biyyaalessaa Poorchugaal ta’an
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Leenjisaan duraanii garee Biyaalessaa Beeljiyam Roobeertoo Maartiineez leenjisaa Garee Biyyaalessaa Poorchugaal ta’an.
Leenjisaan lammii Ispeen leenjisaa taphaa Waancaa Addunyaarratti garecha dursaa kan…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa boru Walisootti eegala
Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisaa Aadaa Oromiyaa boru Amajjii 2-14, 2015tti Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Walisootti gaggeeffamuu eegala.
Itti Gaafatamaan Waajjira Ispoortii…
Atileet Solomoon Baaraggaa dorgommii qaxxaamura biyyaa Ispeen Algooyiber injifate
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)- Atileet Solomoon Baaraggaa dorgommii qaxxaamura biyyaa kiiloomeetira 10 Ispeen Algooyibar Huwaan Mugeerzaattii gaggeeffame injifate.
Atileet Solomoon Figichicha Daqiiqaa 33 fi sekoondii 14’n xumuruun 1ffaa…
Amaanu’eel Isaayyaas gulantaa Inistiraaktarummaa Idil Addunyaa kubbaa saaphanaa argatan
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)-Federeeshiniin Kubbaa Saaphanaa Idil Addunyaa Amaanu’eel Isaayyaasiif gulantaa Inistiraaktarummaa Idil Addunyaa tapha kubbaa saaphanaa kenne.
Haaluma kanaan Insitiraaktar Alamaayyoo Shawataaxaqitti aansuun…
Moorokoo 1 – 0 Ityoophiyaa
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Taphni michummaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Moorokoo gidduutti taphatame olaantummaa Moorokoon xumurameera.
Moorokoon goolii 1 fi 0 Ityoophiyaa injifachuu ragaan Federeeshinii Kubbaa…