Ispoortii

Ispoortii

Sirni Awwaalcha Peelee raawwate

Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Sirni awwaalcha mootii kubbaa miilaa lammii Biraaziil Peelee raawwateera. Yeroo sadii waancaa addunyaa injifachuun seenaa hojjeteen kan hedduu faarfamu Peeleen torban darbe umrii waggaa 82ffaatti du’aan…