Ispoortii

Ispoortii

Faransaay goolii 2 fi 1n Deenmaarki injifatte

Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Faransaay Deenmaarki goolii 2 fi 1n injifateerti. Shaampiyoonaan Waancaa Addunyaa 2018 Faransaay gooliiwwan lama Kiiliyaan Mbaappeen lakkoofsiseen Deenmaark goolii 2 fi 1n injifachuun marsaa itti aanuuf darbuu mirkaneeffatteerti. Kiristeensi goolii…
Read More...