Ispoortii
Astoon Viillaan Isteevan Jeraard gaggeesse
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Ingiliz Astoon Viillaan Leenjisaa isaa Isteevan Jeraard gaggeessuu beeksiise.
Astoon Viilaan kaleessa tapha Fulhaam waliin taasiiseen goolii 3 fi 0n injifatamuu hordofee leenjisicha gaggeessuu ibsameera.
Isteevan Jeraard bara Faranjootaa Baatii Onkololeessaa 2021 gara Viillaa…
Read More...
Leenjisaa Siyyuum Kabbadaa Leenjisaa Kilaba Buna Sidaamaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Bara 2013 Kilaba Magaalaa Faasil Shaampiyoonaa kan taasiisan Leenjisaa Siyyuum Kabbadaan Leenjisaa Olaanaa Kilaba Kubbaa Miilaa Buna Sidaamaa ta’uun muudamaniiru.
Bunni Sidaamaa bara kana…
Miidhama taphattoota Liveerpuulii fi gahumsa jabaa Eerliingi Haalandi har’a eegamu
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Tapha pirimeerliigii Ingilaandi torbee 11ffaan Liveerpuul Maanchisteer Siitii keessummeessa.
Liveerpuul akka bara kanaa qorame hinbeeku.
Maanchisteer Siitii garuu dubbiin itti tolaadha.…
Atileet Almaaz Ayyaanaa Maaraatoonii Amistardaam 1ffaa baate
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Maaraatoonii Amistardaam irratti Atileet Almaaz Ayyaanaa 1ffaa baate.
Atileet Almaaz Ayyaanaa da’umsa, miidhamaa fi wal’aansa baqaqsanii yaaluu booda dorgommii fiigicha Maaraatoonii Amistardaam…
Morkii kubbaa miilaa waraana fakkaatu tapha Eelkilaasikoo 250ffaa
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Tapha Laaligaa Ispeen torbee 9ffaan Riyaal Maadiridii fi Baarseloonaan ijibbaata kubbaa miilaa Eelkilaasikoon walkeessummeessu.
Tapha hawwattummaan isaa addunyaa kubbaa miilaa booji'uu…
Somaaliyaan Shaamiyoonaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii taate
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Tapha xumuraa har'a gaggeeffameen Somaaliyaan Sudaan Kibbaa goolii 3 fi 1n injifachuu Shaamiyoonaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii bara 2022 taateerti.
Taphoota sadarkaa Waancaa Afrikaa Bahaa fi…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand Torbee 11ffaan galgala har’aa eegalee ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand Torbee 11ffaan tapha har’a galgala Bireentifoordii fi Biraayitan gidduutti taphatamuun eegalama.
Boru sa’aatii 8:30 eegalee Leesisteera Siitiin Kiristaal…