Ispoortii
Tapha Waancaa Addunyaa har’aan taphoonnii mo’atanii darbuu 2 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Taphni Waancaa Addunyaa mo’atanii darbuu guyyaa har’aa ni eegala.
Taphoota kanaan duraan rammadii 1ffaarraa sadarakaa 1ffaan kan darbite Neezaarland rammaddii 2ffaarraa sadarkaa 2ffaan kan xumurte Ameerikaa waliin galgala sa’aatii 12:00tti ni taphati.
Rammaddii 3ffaarraa Arjentinaan immoo rammaddii…
Read More...
Gaanaan tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa ala yoo taatu, Kooriyaan Kibbaa marsaa itti aanuuf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Poorchugaalii fi Kooriyaan Kibbaa tapha moo'atanii darbuu Waancaa addunyaa 22ffaaf darbaniiru.
Uraagaay goolii 2 fi 0n Gaanaa injifattus Kooriyaan Kibbaa Poorchugaal injifachuu isheen Gaanaa fi…
Atileet Litasanbat Giday Maaraatoonii Vaaleenshiyaa ni injifatti jedhameetu eegama
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Haadha riikardii maaraatoonii addunyaa dubartootaa kan taate Atileet Litasanbat Giday Maaraatoonii Vaaleenshiyaa dilbata dhufu gaggeeffamu ni injifatti tilmaamni jedhu kennameeraafi.
Atileet Latasanbat…
Tapha Waancaa Addunyaa har’aan biyyoonni Afrikaa 2 ni taphatu
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa mo’atanii darbuu guyyaa har’aa taphatamuun biyyoota Afrikaa 2 dabalatee taphoonni afur ni gaggeeffamu.
Ramaddii 7ffaan tapha mo’atanii darbuuf gahuushee dursitee kan mirkaneeffatte…
Jaappaan tapha moo’atanii darbuu Waancaa addunyaaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Jaappaanii fi Ispeen tapha moo'atanii darbuu Waancaa addunyaaf darban.
Jarman goolii 4 fi 2n Koostaarikaa injifattus Waancaa Addunyaa 22ffaa ala taate.
Injifatamuun Ispeen Jarman gatii…
Ispoorteessitoota ciccimoo biyya bakka bu’an horachuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Yaa'iin Mana Maree Ispoortii magaalaa Finfinnee 13ffaan gaggeeffameera.
Magaalaa Finfinneetti hanqina dirree Ispoortii hir'isuuf dirreewwan Ispoortii 60 ijaarramuu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…
Moorokoon waggoottan 36 booda tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Moorokoo fi Kirooshiyaan tapha moo'atanii darbuuf darbaniiru.
Moorokoon Kaanaadaa goolii 2 fi 1n injifachuun biyya Afrikaa tapha moo'atanii darbuuf…