Ispoortii
Atileetonni Ityoophiyaa dorgommii fiigichaa walakkaa maraatoonii Biraaziiliifi Arjentiinaatti gaggeeffameen milkaa’an
Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) - Dorgommii fiigichaa walakkaa maraatoonii Biraaziil Riyoo Dii Jeneri’oo fi Arjentiinaa Boonas Ayirasitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Dorgommii figicha walakkaa maraatoonii dhiiraa Riyoo Dii Jeneri’ootti gaggeeffameen Atileet Asaffaa Baqqalaa sa’aatii 1fi daqiiqaa 3fi sekondii 52n 1ffaa…
Read More...
Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har’a gaggeeffameen Cheelsiin yoo injifatamu,…
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har'a gaggeeffameen Cheelsiin yoo injifatamu, Maanchiisteer Siitiin qixa ba'eera.
Tapha har'a waaree booda gaggeeffameen Cheelsiin Liidis Yuunaayitiidiin 3 fi…
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal, Kiristaal Paalaasii fi Tootanihaam morkattoota isaanii yoo…
Finfinnee, Hagayya 14, 2014 (FBC) –Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har'a gaggeeffameen Arsenaal,Kiristaal Paalaasii fi Tootanihaam morkattoota isaanii yoo injifatan Leesiisteer Siitiin injifatameera.
Piriimaayeer…
Naannoon Oromiyaa fi Baankiin Daldalaa Shaampiyoonaa Umrii 17 gadii ta’an
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Naannoon Oromiyaa fi Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa shaampiyoonaa umrii 17 gadii naannoolee fi kilabootaa ta’aniiru.
Taphaa xumuraa naannolee gidduutti taphatameen naannoon Oromiyaa, Naannoo Kibbaa 2-0’n…
Ityoophiyaa 1- 0 Ugaandaa
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Tapha madaallii ga'umsaa har'a gaggeeffameen Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirotaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Ugaandaa 1fi O injifateera.
Goolii Bazzaabihi Mallayyoo daqiiqaa 93ffaarratti galcheen…
Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boruu eegale ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boru sa’aatii 8:30 eegalee ni taphatamu.
Taphni torbee 3ffaa kun boru waaree booda sa’aatii 8:30 jalqabee tapha Tootanhaam Hootispar…
Ramaddiin gulaallii Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii ifoome
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii bara 2023 ifoomeera.
Haaluma kanaan gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii marsaa jalqabaan…