Ispoortii
Waldorgommii 2015 tti kilaboonni 93 sadarkaa naannoo Oromiyaatti waliin morkatu
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015 (FBC) – Yaa'iin Kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa Magaala Bishooftuutti taa'ameera.
Yaa'ii kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa bara 2015 magaaalaa Bishooftuutti ta'ame kanaan, gabaasni raawwii federeeshinii kubbaa miilaa Oromiyaa bara 2014 dhiyaateera.
Bara wal dorgommii xumurameetti kubbaa miilaa naannoo Oromiyaa…
Read More...
Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 14ffaan boru taphoonni 8 ni taphatamu
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Piriimaayeer Liigiin Ingilaand torbee 14ffaan boru tapha Leesiisteer Siitii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti taphatamuun eegalama.
Boru sa’aatii 8:30 irraa eegalee Leesiister Siitiin…
Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 5ffaan Laga Xaafoo Laga Daadhiin…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 5ffaa har’a gaggeeffameen Laga Xaafoo Laga Daadhiin Magaalaa Bahir Daariin injifatameera.
Tapha torbee 5ffaa har’a waaree booda…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphoonni 8 ni taphatamu
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a taphatamuun morkiin Boorishiyaa Doortimandii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti taasiifamu xiyyeeffannoo argateera.
Tapha Doortimandiifi Siitiin…
Tapha cimaafi hawwataa torbee 13ffaa Pirimeerliigii Ingilaandi
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 13ffaan Cheelsiin Maanchistar Yuunayitidiin keessummeessa.
Tapha cimaaf kan beellama qaban kilabootni lameen garaagarummaa qabxii 1'n sadarkaa 4ffaafi 5ffaa…
Astoon Viillaan Isteevan Jeraard gaggeesse
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Ingiliz Astoon Viillaan Leenjisaa isaa Isteevan Jeraard gaggeessuu beeksiise.
Astoon Viilaan kaleessa tapha Fulhaam waliin taasiiseen goolii 3 fi 0n injifatamuu hordofee…
Leenjisaa Siyyuum Kabbadaa Leenjisaa Kilaba Buna Sidaamaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Bara 2013 Kilaba Magaalaa Faasil Shaampiyoonaa kan taasiisan Leenjisaa Siyyuum Kabbadaan Leenjisaa Olaanaa Kilaba Kubbaa Miilaa Buna Sidaamaa ta’uun muudamaniiru.
Bunni Sidaamaa bara kana…