Ispoortii
Tapha gulaallii waancaa Afriikaa Chaaniif Ityoophiyaan Sudaan Kibbaa waliin taphatti
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC)- Gulaallii Dorgommii waancaa biyyoota Afriikaa Chaan bara 2022 geeggeffamuuf ramaddiin har’a ifoomeera.
Dorgommii gulaallii kanarratti Afriikaa Bahaafii Giddu Galeessaa (CECAFA) biyyoonni sadii dorgommii olaanaaf kan darban yoo ta’u, rammadii ba’een Ityoophiyaan marsaa jalqabaatiin Sudaan Kibbaa waliin…
Read More...
Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa Finfinnee gale
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa Addunyaa bara Faranjootaa 2022 Kuwaatar dursee Waancaan addunyaa biyyoota garaagaraatti argisiisaaf dhiyaatu har’a Finfinnee galeera.
Lammiin Biraaziil taphataan…
Maanchiisteer Siitiin Shaampiyoonaa Priimayeer Liigii Ingilaand bara kanaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin Shaampiyoonaa Priimayeer Liigii Ingilaand bara kanaa ta'eera.
Hanga tapha xumuraatti si'oomina olaanaan eegamaa kan ture Priimayeer Liigiin Ingilaand bara kanaa olaantummaa…
Shaampiyoonaan Ispoorti magaaloota godina Jimmaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoorti magaaloota godina Jimmaa guyyoota 15f ture eegalameera.
Shaampiyoonaan kana irratti magaaloonni godinichaa 31 kan irratti hirmaatan ta'uu himameera.
Itti gaafatamaan Waajira…
Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartoota Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa Priimayeer Liigii Itoophiyaatti ol…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartoota Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa Priimayeer liigii Itoophiyaatti ol guddateera.
Miseensota garichaa hirmaannaa Priimayeer Liigii Ityoophiyaa bara 2015 argachuu isaa…
Fiigicha daayimand liigii meetira kuma 5 Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Caamsaa 14, 2014 (FBC) –Dorgommii fiigicha daayimand liigii bara 2022 meetira kuma 5 Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaan ba'uun xumuran.
Atleet Daawwiit Siyyuum daqiiqaa 14 seekoondii 47 fi maaykiroo 15 sadarkaa 1ffaa,…
Ityoophiyaa 0 – 1 Naayijeeriyaa
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Naayijeeriyaan injifatameera.
Tapha gulaallii waancaa Addunyaa marsaa xumuraa har'a taphatameen Gareen Kubbaa…