Ispoortii
Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota gara Dohaatti imalchiisuufi
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC) – Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota Garee Biyyaalessaa Kaazaabilaankaarraa gara Dohaatti imalchiisuuf ta’uu beeksiise.
Daandiin Qilleensaa ‘Eer Maarook’ jedhamu har’a akka beeksiiseetti Wiixataa fi Roobii deeggartoota Garee Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa balallii addaa 30n…
Read More...
Waancaa Addunyaa 22ffaan walqabatee Leenjiftoonni garee biyyaalessaa 6 hojiirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti leenjiftoonni garee biyyaalessaa 6 hojiirraa gaggeeffamaniiru.
Leenjisaan garee biyyaalessaa Ingiliiz Gaareez Saawuzgeetis murtoo…
Faransaay walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Faransaay Ingiliiz injifachuun tapha walakkaa xumuraa waancaa Addunyaaf dabarteerti.
Faransaay goolii 2 fi 1n Ingiliiz injifachuun tapha Walakkkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf darbuu dandeesseerti.…
Moorokoon walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Moorokoon Poorchugaal injifachuun seenaa keessatti biyya Afrikaa tapha walakkaa xumuraa waancaa Addunyaaf dabarte taateerti.
Moorokoon goolii 1fi 0n Poorchugaal injifachuun tapha Walakkkaa xumuraa Waancaa…
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni Nuusa Xumuraa 2 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan har'a taphoonni Nuusa xumuraa 2 ni taphatamu.
Galgala sa'aatii 12:00 irraa eegalee Moorookoon Poorchugaal waliin walakkaa xumuraaf darbuuf falmiin taasiisan ni eegama.…
Arjentiinaan tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) – Arjentiinaan rukkuttaa adda bahiinsaan Neezarlaand injifachuun tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarteerti.
Taphni sa'aatii idilee fi dabalataa goolii lama qixa xumuramuun Arjentiinaan…
Kirooshiyaan Biraaziliin Injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Kirooshiyaan rukuttaa adda ba'iinsaa 4 fi 2’n Biraaziliin injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.
Tapha Waancaa Addunyaa 22ffa tapha nuusa xumuraa har’a gaggeeffamuu eegaleen, tapha Biraazilii fi…