Ispoortii
Atileet Litasanbat Giday Maaraatoonii Vaaleenshiyaa ni injifatti jedhameetu eegama
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Haadha riikardii maaraatoonii addunyaa dubartootaa kan taate Atileet Litasanbat Giday Maaraatoonii Vaaleenshiyaa dilbata dhufu gaggeeffamu ni injifatti tilmaamni jedhu kennameeraafi.
Atileet Latasanbat fageenya meetira kuma 5 daqiiqaa 14fi sekondii 06, meetira kuma 10 daqiiqaa 29fi sekondii 01 akkasumas fiigicha…
Read More...
Tapha Waancaa Addunyaa har’aan biyyoonni Afrikaa 2 ni taphatu
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa mo’atanii darbuu guyyaa har’aa taphatamuun biyyoota Afrikaa 2 dabalatee taphoonni afur ni gaggeeffamu.
Ramaddii 7ffaan tapha mo’atanii darbuuf gahuushee dursitee kan mirkaneeffatte…
Jaappaan tapha moo’atanii darbuu Waancaa addunyaaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Jaappaanii fi Ispeen tapha moo'atanii darbuu Waancaa addunyaaf darban.
Jarman goolii 4 fi 2n Koostaarikaa injifattus Waancaa Addunyaa 22ffaa ala taate.
Injifatamuun Ispeen Jarman gatii…
Ispoorteessitoota ciccimoo biyya bakka bu’an horachuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Yaa'iin Mana Maree Ispoortii magaalaa Finfinnee 13ffaan gaggeeffameera.
Magaalaa Finfinneetti hanqina dirree Ispoortii hir'isuuf dirreewwan Ispoortii 60 ijaarramuu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…
Moorokoon waggoottan 36 booda tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Moorokoo fi Kirooshiyaan tapha moo'atanii darbuuf darbaniiru.
Moorokoon Kaanaadaa goolii 2 fi 1n injifachuun biyya Afrikaa tapha moo'atanii darbuuf…
Taphni Jarmanii fi Koostaarikaa gidduutti taphatamu murteessitoota dubartootaan qofa durfama
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa har’a Jarmanii fi Koostaarikaa gidduutti taphatamu murteessitoota dubartootaa qofaan kan durfamu ta’uu ibsameera.
Kunis seenaa tapha kubbaa miilaa addunyaa keessatti isa…
Taphoota Waancaa Addunyaa har’aan falmiin Moorokoon Kaanaadaa waliin Jarman Koostaarikaa waliin…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Taphoota Waancaa Addunyaa har’aan falmiin Moorokoon Kaanaadaa waliin Jarman Koostaarikaa waliin marsaa itti aanuuf darbuuf taasiisan ni eegama.
Har’a galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Kaanaadaan…